Waldaa Masarata Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Baga Nagaan Dhuftan

Gara marsariitii Waldaa keenyaatti baga nagaan dhuftan. Waldaan keenya iddoo namoonni Waaqayyoon waaqeffatan, mootummaa Waaqaa babal’isan fi hawaasa tajaajilan dha. Kaayyoon keenya mootummaa Waaqaa labsuu, namoota amantiitti jajjabeessuu fi jireenya isaanii keessatti jijjiirama fiduudha.

Waldaan Masarata Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu waldaa Kiristaanaa mootummaa Waaqayyoo babal’isuuf, Waaqayyoon waaqeffachuu fi hawaasa tajaajiluuf hundeeffame dha.

Waldaa Masarata Kiristoos

Mul’ata

👉 Humna Hafuura Qulqulluutiin Wangeela Kiristoos lallabaa, mootummaa Waaqayyoo babal'isuudhaan waldaa kiristaanaa ergamaa (mishinarii) ta'uu.

Ergama

👉 Wangeela namoota hundatti dhugaa bahuu, warra amanan barsiisee duuka-buutota Kiristoos akka ta'an gochuu.

Duudhaalee

📢 Jireenyaa fi tajaajila Kiristoos irratti xiyyeeffate

📢 Wal jaallachuu

📢 Tajaajiltummaa

📢 Nageenya guutuu (hunda hammataa)

️ 📢 Amanamummaa fi itti gaafatamummaa

📢 Hirmaannaa fi hirmaachisummaa

Sagantaa Torbaanii

Waaqeffannaa

Namoonni hundi sagantaalee kana irratti akka hirmaatan affeeramtu.

  • Dilbata
  • 3:00 - 6:00
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Sagantaa Dargaggootaa

Dargaggoonni hundi yeroo mootummaa Waaqayyoo keessatti waliin guddatan.

  • Dilbata Waaree Booda
  • 8:00 - 11:30
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Sagantaa Ijoollotaa

Ijoolleen mootummaa Waaqayyoo keessatti akka guddatan sagantaan qophaa’eera.

  • Sanbata
  • 8:00 - 11:00
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Yeroo Waaqeffannaa

Waldaan yeroo kadhannaa fi Fayyinaa.

  • Kamisa
  • 11:00 - 1:00
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Yeroo Kadhannaa

Waldaan yeroo kadhannaa fi mootummaa Waaqayyoo keessatti waliin tajaajilti.

  • Jimaata
  • 2:00 - 6:00
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Sagantaalee Waldaa

  • Waaqeffannaa torban torbaniin gaggeeffamu
  • Kadhannaa fi barsiisa Macaafa Qulqulluu
  • Tajaajila dargaggootaa fi daa’immanii
  • Tajaajila maatii fi hawaasaa

Kaayyoo keenya

📌 Wangeela babal'isuu
📌 Warra amanan duuka-buutota gochuu
📌 Tajaajiltoota horachuu fi gahoomsuu
📌 Nageenya ijaaruu
📌 Tajaajila guutuu (hunda hammataa) kennuu

Church Leadership

Dedicated leaders serving the church with integrity and commitment.

01

Iyyaasuu Gammachuu (PhD)

Chairperson (ሰብሳቢ)
02

Siyyumee Urgaa'aa

Vice Chairperson (ምክትል ሰብሳቢ)
03

Gurmeessaa Bayyanaa

Secretary (ፀሐፊ)
04

Mallasaa Dachaasaa

Treasurer (ገንዘብ ያዥ)
05

Balaay Faradaa

Member (አባል)
06

Roobel Dheeressaa

Member (አባል)
07

Jabanee Asfaaw

Member (አባል)

Full-Time Ministry

Serving God and His people through dedicated ministry.

Gurmeessaa Bayyanaa Qana'ii

  • Pastor
  • Head of Church Ministry (የቤተክርስቲያን አገልግሎት ኃላፊ)

Yaadataa Gichillee Hirkoo

  • Pastor
  • Tiksee (መጋቢ)

Gaaddisaa Geetaachew Ayyaanaa

  • Evangelist (B/sa Wangeelaa)
  • ወንጌላዊ

Geexee Mul'ataa Dagaagoo

  • Gospel Preacher (L/Wangeelaa)
  • ወንጌል ሰባኪ (ሰባኪ ወንጌል)