Menu

Waaqeffannaa

Namoonni hundi sagantaalee kana irratti akka hirmaatan affeeramtu.

  • Guyyaa: Dilbata
  • 8:00 - 6:30 WD
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Barnoota M/Qulqulluu

Hubannaa dubbii Waaqayyoo guddisuu

  • Guyyaa: Dilbata
  • 8:00 - 3:30
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Kadhannaa

Sagantaa Kadhannaa Waloo

  • Guyyaa: Roobii
  • 8:00 - 5:30
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Kadhannaa Fayyinaa

Kadhannaa fi Barsiisa

  • Guyyaa: Kamisa
  • 6:00 - 10:30
  • Waldaa M/Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu

Soomaaf Kadhata

Fuula waaqayyoo barbaaduu, araaraa fi gaarummaan akka ta'uu kadhachuu.

  • Guyyaa: Jimaata
  • 8:00 - 5:30
  • Waldaa Masarata Kiristoos Gafarsaa Buraayyuu